Gaazexeessaan OMN Mallasaa Dirribsaa waggaa tokkoo fi baatii ja’aaf erga hidhamee booda guyyoota muraasaan dura mana hidhaatii gadhiifame. Galmee Obbo Jawaar fa'a jalatti kan himatame Mallasaan, ...